Baga Nagaan Mana koo dhuftan! Welcome to my Web Site.

* Baga nagaan bara 2009 geesse. Barri kun kan nagaa, fayyuummaa, gammachuu fi bilisummaa nuuf yaa ta'u!!

This site is intended for my relatives/ friends. The ability to read & understand Oromiffaa is helpful.


Anaa-dhufu  Seenaa, oluma!

Fakkoon kun Atlantatti, jalqaba bara 2004 ka'e,

Mee kanneen armaa gadii ilaalaa  

Fakkoo 2004

Fakko 2003  

1. Fakkoo Maatii

2. Fakkoo maatii  

3. Fakkoo maatii

4. Caaltuu fi maatii

Waayee bilisummaa

Jaartii barbaachuu

Firoottan koo hundaaf

Oduu

Yaada dhiyeessaa

Yaada anatti ergaman

Aaadaa, qaaqaa fi Seenaa

Teferii yaaddee?

Mana Yohaannisfaa

Maapii gara Karaa mana koo

Fakkoon kun kan an ittiin DV argadhee Ameerikaa seene, Nov. 14, 1999.

* fakkoon keessan akka as irratti hin baane yoo feetan natti himaa.

* Fakkoo as irratti argitan 'copy' gootanii 'emailiin' erguu dandeessu. Y.k.n. 'word processor' keessa ka'uu dandeessu.

 Fakkoo keessan akka an as irratti baasu yoo feetan natti erguu dandeessu. Kan ergitaniis, 'email', postaa y.k.n. fidaa kottaa. Yookiin immoo, intala bareedduutti ergaa.

Iddoo knana, http://gadaa.com/, waan Oromoo ilaalu hedduu agartu.

Karaa mana jireenya koo argatchuuf as xuqi. Karaa mana Abbaa Gadaa argatchuuf, dura Oromiyaa dhaqi

 

Yoo jalqabaaf dhuftan, Baga Nagaan Mana koo dhuftan! Yoo amma dura dhuftan ta'e, baga nagaan deebitan! Yoona ga'uun qoosaa miti. Bilisumaa kessanis ga'aa.

Anaa dhufu!

Manni koo qindaa'aa jira, kanaaf kan hir'atu ni jira.  "Kan qabaniin gabaa ba'u",  jedha Oromoon.  Bara 2007, mana koo jalqabaa kana bite.

Aka gammaddan nan abdadha.

Gimmbii

12/22/07

ayyaanaa@ayyaanaa.com, takaa huu ayyaanaa8@gmail.com.

Ayana Nephtalem

Teessoo koo haaraa:

3963 Waldrop Hills Dr.

Decatur, GA. 30034, USA

Mana 404-241-2335

Cel. 404-259-7435

Amma Atlantaan jira.

Gaafa an waggaa 6-8 ture. Fagoo deemeen as ga'e. Sichan hedduu deema, bilisummaas arga. 

Anaadhufu!

Banner

Erga 12/04 as dhufuuf ati nama Hit Counter ffaa dha.

Faajii Walaabuu

Alaabaan Oromoo kun oromoforum.org irraa fuudhame, garuu inni amma hin jiru.

Alaabaa ABO/OLF ilaaluuf kana xuqi.

Waan mana koo keessaa barbaaduuf jecha feetu asitti galchii ti  "Start Search" xuqi.

Search for:

Mee maqaa kee qubeen (Oromiffaan) barreessii jirachuu isaa ilaali. F.K. Damee, Caaltuu. Iddoo maqaan suun jiru  asitti isin agarsiisa.

Waayee bilisummaan as dhihaachuu  maal yaaduu? Achi fagatchuu isaa hoo?

Yaada keessaan  asitti - Yaada -  yookiin gaditti ibsaa. Galatoomaa!!

Gaaffii yoo qabaattanis iddoo ol jiru ykn.gadi jiru dhaqaa tii gaafadhaa. Yaada anatti amma dura ergaman ilaaluuf as - Yaada anatti ergaman dhaqaa.

Fakkoon gaafa Aug. 22, 2002  ka'e. Atlanta.

Yaada iddoo armmaa gadiitti erguu dhandeessu.

Kun 11/28/02 . Fuuldura, bittaa gara mirgaatti - Kabbadaa, Jeerii fi Ayyaanaa.

Fakkoo Ayyaanaa kan 2003  keessa ka'e ilaaluuf  as xuqi.

 

 

12/24/07

Inni trakterii irraa ana Ayyaana, bara 1970-1. Dongoro

   

 

 

 

 

Dongoroon bara 1969-71 akka turte illaaluuf as xuqu.

Guyyaa kanatti waa itti dabalameera. May 09, 2009